Oduu Haaraya

WAAMICHA HATATTAMAA QEEYROO AFRIKKAA KIBBAATIIF!!

waamicha-afrikaa-kibbaa

Akkuma beekkamu haalli yeroo ammaa Johannesburg keessaa hedduu yaaddessaa dhufeera. Kanaaf Dargaggoonni Johannesburg fii naannawaa ishee jiraattan guyyaa Aladaa waaree booda sa’aatii 2:30 Galma suultan bayotti akka nuuf Affeeramtan kabajaan isin gaafanna.

Check Also

taayyee fi abiyyi

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha …  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan …