Biyyaa fi Qabeenya humnaan sarbame Oromoon humnumaan deffata. Oromoo irratti sanyii daguuggaa, Oromiyaa samuu fi mancaasun kan eegale minilik irraa jalqabee ti. Kana malees lakoobasa …
Read More »Qabsoon karaa nagaa dhugumatti impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira qabaniis ilaaluun barbaachisaa dha. Innii …
Read More »ABO – AWO – Jijjiirama – ADO – KWO – ??? fi THBO
Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru? Abdii Boruutiin Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti hin seenin dura, warra maqoota …
Read More »Garaagarummaa AFD fi PAFD
Maal haa baasuuf dhama raasuu?
Abdii Boruutiin Akkuma beekamu MQBO keessatti tasgabbiin dhibuun ilmaan oromoo hedduu yaachisaa turuun isaa hundafuu ifaa dha.Kun ammoo namootuma amma ofii salphatanii Oromoo salphisaa jiran …
Read More »Oromoon karaa nagaatiin qabsaayee bilisummaa argachuu hin danda’u
Abdii Boruutiin Mirga namummaa kabajjiisuufis ta’ee bilisummaa dhaban deebisanii argachuuf qabsoon karaa nagaatiin godhamu filannoo (option) gaarii akka ta’u kun dhugaa waliigalaa ti. Haa …
Read More »Sabni Oromoo maal barbaada?
Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa godhu malee ka’aa jedhee kaasee …
Read More »Ayyaanni Irreechaa akka Ayyaana Biyyoolessaa Oromiyaatti guyyaa murtaaye tokko kabajamuu qaba
Cufamuun SNR hir’ina miidiyaa uumuu qofaa otuu hin taane kun Oromoof qaanii dhas
Abdii Boruutiin Waayee cufamuu ykn qilleensarraa bu’uu Raadiyoonii Sayifa Nabalbaal (Seife Nebelbal Radio=SNR) yeroon dubbisu amanuun dadhabe. Asirratti makmaaksa Oromoo tokkon yaadadha: “Ishiinuu …
Read More »Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu
Abdii Boruutiin Haala bar-kurnee lamaan dabranii yoo ilaalle, keessumaayuu ammoo waan bara 2008 hanga 2013 ta’e yoo yaadanne, wanti hawaasota Oromoo biyya ambaa …
Read More »