Abdii Boruutiin Barruu kana sagalee Falmataa Roorrootiin… Barreeffama kiyya kan isa kana duraa keessatti waayee barbaachisummaa cimina qabsoo hidhannoo kaasee waanan tureef, har’as dhimmuma …
Read More »Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?
Abdii Boruutiin Barruu kana sagaleen Falmataa Roorrootiin Yeroo tokko tokko dabree dabree waan tokko tokko ilaaluuf yoo ta’e malee, anillee “Facebook” tti fayyadamuuf yeroos ta’ee, …
Read More »Dhalootni Qubee bu’aa QBO ti malee kan polotikaan gosaa dhalchee miti
Abdii Boruutiin Yeroo hunda, dhimmi uummata Oromoo ykn waayeen qabsoo bilisummaa isaa yoo ka’u, Habashootni, waan kana busheessuuf jedhanii siyaasaa ykn polotikaa gosaa …
Read More »Tokkummaan uummata Oromoo yoomiyyuu caalaa amma barbaachisaa fi murteessaa dha
Abdii Boruutiin Barreeffamoota (barruulee) yeroo adda addaa dhiyeessaa ture keessatti harka caalaa waayee tokkummaa ilmaan Oromoo barreessaa akkan ture ni yaadatama. Yeroo sanatti …
Read More »FDG: Oromoon yoo har’a waliif hin mirmanne (dirmanne) yoom waliif mirmata (dirmata) laata?
Siidaa Aanoolee fi Siidaa Minilik
Barreeffama Obboo Juneddii Saaddoorratti dhiyaate
Abdii Boruutiin Waayee Juneddii Saaddoo ilaalchisee, gaafiin dhiyoo kana akka mata duretti ka’e “Ob. Juneddii Saaddoo eenyu?” kan jedhu gara gaafii biraatti ce’ee “Obboo …
Read More »Obboo Juneeddii Saaddoo gara uummata isaatti deebi’uuf fedhii fi carraa qabaa?
Abdii Boruutiin Dhiyoo kana mata duree “Ob. Juneeddii Saaddoo Eenyu?” jedhuun gabaasa Obboo Ahmad Saayyootiin TVOMT irratti dhiyaate daawwadhee ykn dhaggeeffadheen ture. Yaadolee namootni dhimma …
Read More »“Oromia Media Network – OMN” Seenaa saba Oromoo keessatti boqonnaa haaraa dha
Abdii Boruutiin Duraan dursee, projektii guddaa akkanaa kana dhugoomsuuf Sabboontotni Oromoo kan asii fi achi dhama’aa turtan fi jirtan; kan beekumsa, dandeettii …
Read More »Jaarmayootni siyaasaa Oromoo sochii “Oromo First” jedhutti fayyadamuu danda’uu?
Abdii Boruutiin Akkuma beekamu, bu’aalee qabsoon bilisummaa Oromoo (QBOn) argamsiise keessaa inni tokko fi guddaan Oromummaa badiirraa dandamachiisee cimsuu fi Sabboonummaa Oromoo …
Read More »