Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kana akkan dhiyeessu kan na taasise, barreeffama dhiyoo kana Obboo Fayyis Oromiatiin mata duree “Oromo Talents …
Read More »Oromoon eenyummaa ofii dhiisee waan biraatiif dursa hin kennu
Abdii Boruutiin Waan yeroo ammaa deemaa jiru yoo hubatne, Oromummaa fi qabsoo bilisummaa Oromoorratti karaalee adda addaatiin duulli godhamaa waan jiru fakkaata. …
Read More »Dhimmi Oromoo kan dursa argachuu qabu otuu jiruu maaliif dhimmoota biroorratti yeroo keenya fixna?
Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame tokko argee dubbisuu kiyya dha. …
Read More »Shirri Habashootni nurratti xaxan yoomuma nuuf gala laata?
Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka turani fi jiran seenaatu ragaa …
Read More »GGO: Sabboonummaan Oromoo maali? Eenyutu Sabboonaa ykn Sabboontuu dha?
Abdii Boruutiin Yeroo baay’ee yoo dubbatamu ykn barreeffamu, sabboonummaan Oromoo guddachaa akka dhufe agarsiisa. Dhugaa dhas; galanni qabsoo bilisummaa Oromootiif akkasumas gootota …
Read More »Manni hidhaa tokko yoo diigame malee deebi’anii keessatti hidhamuun hin hafu
Abdii Boruutiin Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni hidhaa amma jiru tokko yoo …
Read More »Xalayaa Oromummaa: Qabsaa’ota Oromoo maraaf
Abdii Boruutiin Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu. Uummatni keenya uummatni Oromoo erga …
Read More »Walhubannoon ABO QC fi ABO Shanee Gumii tokkummaa dhugaatti jijjiiramuu baatnan..
Abdii Boruu tiin Haala mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo bar-kurnee lamaan dabranii of duuba garagallee yoo ilaalle, erga Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) …
Read More »Dhaamsa Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaa
Abdii Boruutiin Dhaadannoon “Qabsaa’an ni kufa, qabsoon itti fufa” jedhamu kun, waanuma barameef akkanatti dubbatama moo qabiyyee fi dhaamsi inni qabu …
Read More »