Berhanu Hundee Waraanni amma garee seeraa fi heeraa ala mootummaa Federaalaa ofiin jedhu fi mootummaa Tigraayi, kan seeraan filatame jidduutti deemaa jiru kun waan tasa …
Read More »HOGGANSA SABA TOKKOO PAARLAMAAN BIYYA TOKKOO BITTIMSUU DANDAYAA?
Taammanaa Bitimaa irraa Raajii dha! Ani hardha ganama (gaafa 07. 11. 20) intarneetii “Ayyaantuu.org“ yommuun bane, laallee (“information“) guyyaa kanaa isa jalqabaa …
Read More »Pathogenicty of the pathogen
By Dr. Baaroo Keno Deressa March 10, 2017 I wrote this: Revelation of enemy secret plan to destroy the great nation of Oromo through mutagenic …
Read More »AMALOOTA KUFAATII SIRNA ABBAA IRREE MIRKANEESSAN BEEKTAA?
Saphaloo Kadiir irraa. Sirnoonni Abbaa Irree kamuu amaloota wal fakkaatoo gaafa kufuuf qilee irra gahan qaban, kan beekaatiis tahee osoo hin beekne hojjataniifi wal isaan …
Read More »Jawwee abbaa goobaa, sumaatu dhara gubbaadha
Abbaa Oromoofi Oromiyaa, abbaa sabaafi sablammootaa qofaa miti, abbaa Afrikkaa guutuuti. ‘Bilxiginnaan’ isa hiitee cubbuu baayy’ee hojjachuuf oliif gad fiigaa jirti. Hanga isa hidhan kanatti …
Read More »Galaasaa Dilboo fi Leencoo Lataa waggoota 27f nag’a waaqaalle wal hin gaafatan turan.
Lachuunuu ABO Hayyu Durummaa fi Itti-Aanaa Hayyu Durummaan hoogganaa turan. Bara 2001 fottoqinsi inni jalqaba ABO keessatti dhalatee hanga harrattillee Mooraan qabsoo Bilisummaa Oromoo keessa …
Read More »OLF is the eternal symbol of peace and justice
OLF is an organization established in 1973 by Oromo nationalists to culminate the uncoordinated resistance by brave sons and daughters of Oromo people against …
Read More »Qeerroon lafaa ol ka’i mirga kee kabachiisi Hayyoota keetis hiksisi
PRO.Mararaa Guddinaatiin Yaa Saba Bal’aa !! Akkuma beekamu yeroo ammaa kana haala rakkisaa fi yaaddessaa keessatti akka argamnu hunda keenyatu beeka .Yeroon kun Oromoof yeroo …
Read More »WBOn, YEROO AMMAA OFEEGGANNOO CIMAA GODHUU QABA
Berhanu Hundee Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) keessatti humna hidhate fi jabaate qabaachuun hangam barbaachisaa fi murteessaas akka ta’e ifa ta’aa jira. Warri qabsoon hidhannoo nu …
Read More »Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) Qeerroodhaan gaggeeffamaa jiru amma booda butamuu hinqabu
Berhanu Hundee Sababa gantootaa fi galtootaatiin ykn/fi dogongora tooftaa fi tarsiimoo hojjetameen, Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) galii hawwame gahuu hin dandeenye. Carraalee hedduutu nu darbanii …
Read More »