#OromoProtests, TARKAANFII ITTI AANU
Jawaar Mohamed Kabajamtoota Ilmaan Oromoo, Hunda dura, lammiilee keenya kan bilisummaa Oromoofi Oromiyaatiif falmachuudhaaf murteessanii hiriira guyyaa har’aa kanarratti hirmaachuun lubbuu isaanii lamuu hin deebine aarsaa godhanii jannata hawwaa, seenaan saba kanaa barabaraan isaan haa yaadatun jenna. Firaafi maatii isaaniitifis jajjabina haa laatu jenna. Itti aansuun ilmaan Oromoo miliyoonotaaan golee Oromiyaa hundarraa magaalota 200 ol … Continue reading #OromoProtests, TARKAANFII ITTI AANU
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed