
Jeeqama ABO muddatee fi madda isaa
ABO fi qabsoon bilisummaa Oromoo jeeqama keessa turuunii fi jiraatuun waan haalamamuu miti. Jeqamni kun, dhokataa miti; ifaa dha; ija keenya dura jira. Akkuma Oromoon yoo …
Read More »Galmee Seenaa Irraa: Obb. leencoo Lataa gaafiif deebisaa waayee filmaata wayyanee asin duraa laalcisee
Galmee Seenaa Irraa: leencoo lataa Waayee araaraa (ABO) laalchisee bara 20110716
Read More »Rakkoo ilmi namaa uume ilmuma namaatu fala itti kenna
Gufuu qabsoo bilisummaa Oromootti baayyachaa jiruuf falli tokkichi, Oromoo fi Oromoon hojii manaa keenya sirnaan dalaguun, kan beellama itti qabannu miti. Keessumaa dhaabbileen siyaasaa……………… Sochii …
Read More »Waamichaa Birmannaa Hawaasa Baqattoota Oromoo Magaala Naayiroobii fi Gaanfa Afrikaa
Koree Hawaasa Baqqattoota Oromoo Magaalaa Naayiroobii Jilli dabballoota OPDO olaanoo mootummaa gita bittuu wayyaaneen bobbaafame baqattoota Oromoo biyyoota ollaa Itoophiyaa keessa jiran (Keenyaa, Ugaandaa, Somaaliyaa, …
Read More »Sochii Bilisummaa Oromoo fi Jaarmota Bilisummaa
Oromiyaan ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii …
Read More »Bilisummaan keenya KAARDIIN hin dhugoomtu!!
# Filannoo wayyaanee soba marsaa shanii,,, irratti hirmaachuuf ni galla jettanii,,, miidiyaatti bahuun labsii baafattanii,,, nuti karaa nagaa qabsoofna jettanii,,, sabaafi sab lammii biyyattii hundaafi,,, …
Read More »Habashaa fi bilisummaa Ummataa
Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf qaccee gubbaan hidhata qabutu jira. …
Read More »Adeemsa bulchinsa haqaa dhabeesaa sirna wayyaane
Sirna bulchinsa motumma Ethiopian ittin gaggeefama jiru yoo illaale keyyata duraa irratti jecha bareeda akkana jedhu arkannaa . sirna bulchinsa gaarii irratti kan hundaa`e mirgi …
Read More »Dhugaasaa Bakakkoo: lamaa fi shan ajjeesuun hafee jiraachuun WBOtuu waan guddaadha
Ibsa Hayyu duree QC (qaama cehuumsa ABO) duraanii J/ Dhugaasaa Bakkakkoo bara haaraya guyyaa WBO sababeeyfachuun sarara Platalk gubbaan dabarsan…
Read More »