#‎OromoProtests‬ Under way Garba town, Bulee Horaa district, Guji. -

#‎OromoProtests‬ Under way Garba town, Bulee Horaa district, Guji.

garbaProtestors crashed the Midroc Carriage Car by stone, and condemn Gold Exploitation by Midroc company Feb 22, 2016

=====
#OromoProtests Gujiitti ardha (22/2/2016) ganama irraa kaasee Aanaa Bulee Horaa Magaala Garbaa keessatti Hiriirri ademsifamisa oolee, Konkolaataa Midroc tokkos hirirtoti dhakaan cacabsan ari’an jiru!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Oromoo callisa haa cabsinuu

Xiinxala siyaasaa- maalli mallissaa Gaammee Galgaloo Shabboo meediyaa

Leave a Reply

Your email address will not be published.