Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira
Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii kuma dhibba lamaa fii afurtama …
Read More »Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba
Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce’umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga’aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin …
Read More »Dhaloota akkanaa taanu malee Itti gaafatamummaa seenaa jalaa hin baanu
Maqaa fi Gumaacha Hayyuu, Qabsaawaa hangafaa fi Abbaa Qubee Afaan Oromoo kan tahe Dr Sheek Mohammed Rashaad Abdullee tiif beekkamtii kennuu, Hojiilee gaggaarii inni hojjate …
Read More »Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee
Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti. Sagantaan dorgommii Qur’aanaa Staadiyeemii Magaalaa Finfinnee haala …
Read More »Majlisa keennaaf nama bakka nu bu’u filanne, seeraafi heera eegsisuun, sagalee ummataa kabachisiisuun qaama ilaallatu bira jira!
ila Duula marumatu duula,daboo marumatu itti bobba’a, kan hinjifannoon galu garuu muraasaa beeki! Namtichi biyyaa teennaafi Amantii jeeqe,nama walitti naqe,islaama bakka lamatti addaan baasaa jira …
Read More »Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman
Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu yeroofi …
Read More »Eeyba masjiida magaalaa Dadar
Hawaasni koo kan Magaalaa Dadar Baga Rabbiin Mana isaa isin badhaase! Madda imaanaa fi Ilmiin irraa hin citne isiniif haa godhu! Warroottan hojii bonsaa kana …
Read More »Oromoon kan akkatti yaadu osoo qabduu gabrummaa jala buluun qaanyi
https://www.facebook.com/403470183396557/videos/897407550732535/?t=11 Gorsa dhama qubu, kan Oromoo fayyaddu.. haala yeroo ammaa Majlisa muslimaa jiddutti deema jiru Ustaaz Suufiyaan Usmaaniin
Read More »Seenaa dhugaa….
https://www.facebook.com/112874570174492/videos/489162561802412/?t=403 Dhaamsa Jabaa USTZ Raayyaa Abbaa maccaa irraa.
Read More »