Ganama kana baratooni university adama hirira bayye nama boonsu bahani turan. dabalatanis poolisota dhakaadhan ari’a turan. poolisonile baratootati rasaasa dhukasa turan. baratoota midhaman keessa baratan kun isa tokkodha. maqaa isaa hanga amma addan baafachu hin dandeenye.