Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬, Mootummaan wayyaanee waadaa cabsun Ummata nagayaan hiriira bahe fixaa jira

 

asaasaa20160806 asaasaa201608061 asaasaa201608062 asaasaa201608063 asaasaa201608064‪#‎OromoProtests‬ Inna lilahi wa inna Ilayhi rajiuun, Dhiha Arsi Asasa, Mootummaan wayyaanee waadaa cabsun Ummata nagyaan hiriira bahe  irratti tarkaanfii haleellaa fudhata jirti, Tarkaanfii lubbu ofi baraarsuu fudhaachuni Barbaachisadha waajjiraale Ajajani cunqursaa irra dabru tarkaanffi fudhachuun dirqama ta’a

Check Also

oromo community

OROMO COMMUNITY MEETS WITH U.S. SPECIAL ENVOY

Falls Church, Virginia (7/20/2023) — On July 20, 2023, representatives from OLLAA and U.S.- Oromo communities met …