
Afaan Hojii Woyyaaneetiifi Isiin Dhageettu, Afaan Qawweeti; Oromoolle Afaan Qawwee Qofaan Woyyaanetti Haasawuun Dirqama.
(VOICESFORVOICELESS.BLOGPOST.SE.COM) Yaa Oromoo, qabsoo bilisummaa biyya tokkoo keessatti gargaarsi biyyoota alaa ni barbaachisaadha yoo jennee of gaafannee, deebiin jiruu eetii (eeyyee) ta’a; garuu eenyurraa, akkamiin, …
Read More »Loltuun Agaazii tokko ka maqaan isaa Dargee Nigusee jedhamu Amboo keessatti ajjefame jedhu
The Oromia Daily POST ODUU TARKANFII MAGAALA AMBOO Ummatni Oromoo yeroon ittii Gumaa ilmaan isaa baasuu ammaa………. Kaleesa Gaafa guyyaa14/07/2007ALH galgalaa keessaa sa’ati 1:45 taa’uu …
Read More »ምርጫ እና ምርጫ በ2007! ዕጣ! ጣጣ! . . . የምር ይውጣ
http://www.goolgule.com/election-2007-2015-in-ethiopia/ ምርጫ 2007ን ከሌሎች ምርጫዎች ሁሉ ልዩ የሚደርገው ምርጫ ቦርድ ከምርጫው በፊት ፓርቲዎችን (ተፎካካሪ) በማፍረስ ጀምሮ የሰማያዊ ፓርቲ እጩ ተወዳዳሪዎችን (ከ200 በላይ) አልመዘግብም ማለቱ እና …
Read More »TVOMT: Boobbaan Mootummaa Wayyaanee Salphinaan Xumuramte!
Qotee bulaa Oromoo Salaalee, akka dhala bineensaa gabaa keessatti fannisuun faashistummaa Wayyaanee, tuffii ummata Oromoof qabdu kan muldhisee dha.
TPLF eega aangoo qabatttee kaaftee, ilmaan Oromoo kumaatamatti lakka’aman alduree seeraa tokko malee ajjeesuun, hidhuun, dhabamsiisuun, shororkeessuun amala bulchiisa Wayyaanee dha. Gochaan Fashitummaa Wayyaanee kun …
Read More »