Qarshii liqeeffataa fi qarshii liqeessaatu jira
Qarshii liqeeffataa:- Kanaan booda umrii dheeraa waanan qabu natti hin fakkaatu abjuu kootiin halkan edaa nan du’e
Qarshii liqeessaa:- Ayii! hin duutu sirumaa iyyuu umurii dheeraa qabda abjuun faallaa namaa abjoochisaa jedhen.
Qarshii liqeeffataa:- yoom kana qofaa ta’e qarshii kees hundaa lakka’ee sitti kennaan bulee
Qarshii liqeessaa:- As irratti qoosaa kee ni dhaabda hanga qarshii koo naa kennitutti lammata abjuu hin abjootin jeedheen aariin jedhama
Yaada:- Abbootiin keenya qabeenya uumama kunuunsani akka liqiitii nuuf keennani jiru. Nutii immoo liqii kana eegnaa dabarsaa jiraa moo mancaasa jira?
Itti fufa….
Gumaachaan: Marshaa Yilmaa