Ummanni gandoota aanaa sanii cufarraa walitti bahe eda walgahee murtii dabrsee jira 1) Qaraxa hin kafallu 2) bulchiinsa mataa keenya jaarranna kan jedhani. Yeroo ammaa hirira godhaa jiran. Poolisiin federaalaa dhukaasa itti banee jira. Haga ammaa namni tokk madaayee jira. Garuu hiriirri itti fufe jira.
Check Also
Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata
Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …