Oduu Haaraya

“Atii dhiiraa quba na laadhu mee!!”

 

gootittii calanqoGootummaa intla Oromoo tanaa laalaa mee.Suuraan tun ganama kana Calanqotti kaafamte. Oromtittiin tun Agaazii kararratti isii dhaabee sakatta’uu yaalee ‘ati dhiiraa quba natti laadhu’ jetten.

Check Also

oromo community

OROMO COMMUNITY MEETS WITH U.S. SPECIAL ENVOY

Falls Church, Virginia (7/20/2023) — On July 20, 2023, representatives from OLLAA and U.S.- Oromo communities met …