Gootummaa intla Oromoo tanaa laalaa mee.Suuraan tun ganama kana Calanqotti kaafamte. Oromtittiin tun Agaazii kararratti isii dhaabee sakatta’uu yaalee ‘ati dhiiraa quba natti laadhu’ jetten.
Check Also
Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata
Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …