Oduu Haaraya

Obboo Cala Mohammed Ahmed osoo barattoota Yuniversitii Haramaayaa du’arraa baraaruu lubbuun isaa baate.

 

caalaa mohamed‪#‎OromoProtests‬ this was Chala Mohammed Ahmed who was killed on December 12, 2015 in Tuji Gabisa village near Haromaya University because he gave refuge to university students running away from Agazi bullets.
===========
Kun Caalaa Mahammad Ahmad kan Muddee 12, 2015 12/12/2015 naannawa Haromaya University Araddaa Tuujii Gabbisaa keeysatti osoo barattoota yunivarsitii du’arraa baraaruu wareegameedha. “Obboleysi keenyaas suuraan isaa gootoowwan keenya kan wareegaman keysatti akka naaf mul’atu nuuf galmeessaa” obboleeyyan hiriyoota isaa

Check Also

dr.abiyyi ahmed

Ethiopia PM says negotiations with OLA set to begin this week

This marks the first time the Ethiopian government has formally said it would negotiate with …