Oduu Haaraya

Guyyaa har’aa magaalaa Dadar ( Harargee Bahaa) keessaa barattoonni 23 hiriira mormii biroo qindeessaa jirtan jedhuun hidhamanii jiran.

dadar2016

‪#‎OromoProtests‬ 23 students were arrested in Dadar ( East Hararge) today accused of planning renewed protest Jan 13, 2016. This is in addition to hundreds of people still in jail after being taken last week.
===========

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

YAADANNOO AMNA QEEYROO GANAMAA BARA SHANTAMMAFFAA

Haalli ummata Oromoo kan arra bahaa-dhihaa fii kaabaa-kibba Oromiyaa keessatti xiqqaa fii guddaa – dhiiraa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *