Oduu Haaraya

Hawwisoo Guyyaa Siidaa Wareegamtoota Calanqoo Calii

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Waltajjii marii artiistotaa ministira muummee Abiy waliin taasifameef laalchisee..

One comment

  1. Hagamillee haa turtuu, Goytaan Lafee Gotota murtiguutoo tan awwalcha dhabdee fii harm muraa a’nolee
    arra qubbiin irratti akka dhaabbattu nuf mijjeysee, galanii isaaf. itti a’nseetis ummanni oromo qabsoo hadhytuu bara dheeraf gaggeyssaa tureef galanni kan isaati. Calanqoo fi A’noleen tan jalqaba malee, xumura miti. yoom dhiihaatti willi. waluma faana tan Watar, Hammarreysa, Shariif Kalid Dirree Dhawatti Gotota 4Qalloo, Horso fii Qudhee akkasumatti Gotota Wallo yom lakkaawamtee dhumti, Oromiyaa mara kkheysa. jabaadhaa Oromo qabsoon deema jirti hin shakkinaa, hanga walabummaatti itti fufna. wayi gaafatti Calanqoo bar Nafxanyaan dutti Nafxanyaadha waa booddeen sii hin tollee. darashaan yoggaa darashu. wayi Walda gabreen Amaara kha mataa bututtuudha, Amaaraan gofta jeennee dhiira teenya shakharaata lubbuudhaa. Akkana khaa ummata ummata kheenya tana hunda QBO tu qaba. Bayxu bayxi malee saree waa Ija hin kkuulanii; tan feetees haa galtu ta feetees haa dhaltu qabsoon teenya hanga walabummaatti. iliiiiiiiiiiil

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *