Oduu Haaraya

OPDOn gariin ayyoota dirqamaan manaa yaasanii dhagaa baachisanii ‘misooma’ jedhanii jiran

ayyoota

#OromoProtests rabbi gowwaa wajji nama hin uumin!! Yeroo Wayyaaneen albuudaa fi lafa Oromiyaa saamtee ofii nyaattee alagaa nutti bittu kanatti, OPDOn gariin ayyoota dirqamaan manaa yaasanii dhagaa baachisanii ‘misooma’ jedhanii qaanii malee dubbachuu fedhan. Jarana onnes dhaban sombatu nama duta jechaan sun soba taate moo?

Check Also

taayyee fi abiyyi

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha …  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan …