Oduu Haaraya

Yemen Magaalaa Sana’aa keessatti hiriirri diddaa master planii barattooni biyyaa itti jiran deeggaru gad geeyfame

Akkuma barattoonni biyyaa dhakaan diina dura dhaabbachuun  mormii dhageessisan Oromoon adunyaa kana keessa baqatummaan jiran hunduu Sagalee dhageessisaa jiru harra. Yemen Magaalaa Sana’aa keessatti hiriirri diddaa master planii barattooni biyyaa itti jiran deegaramuu qaba barataan Oromoo ajeefamuu hin qabu jechuun Sagalee dhageesisaa oolaniiri
Suuraan kun kan guyyaa kanaa tahuu ibsina

yaman yaman1 yaman3 yaman4

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Qeerroon lafaa ol ka’i mirga kee kabachiisi Hayyoota keetis hiksisi

PRO.Mararaa Guddinaatiin Yaa Saba Bal’aa !! Akkuma beekamu yeroo ammaa kana haala rakkisaa fi yaaddessaa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *