Oduu Haaraya

Dhalli Oromoo akka bineessatti ajjeefamee qiletti darbamaa jira

bariisaid

‪#‎OromoProtests‬ WARNING TOO GRAPHIC: This is the remains of Bari Said Ali, who was executed and thrown in a ditch in Abadir village, Masala district West Hararge Zone. He was missing since he was taken after the last weeks protest in that town and women collecting fire would found his body today.
===========
Kun reeffa Barii Sayid Ali kan loltoota Wayyaaneetin Gdona Hararge Lixaa, aaana Masalaa ganda Abaadir,ajjeefamee har’a argameeti. Bariin erga gaafa mormii torban darbee booda qabamee achi buuteen hin beekamne ture. Har’a kunoo bifa kanaan ajjeefame reeffa isaa argan.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Abaaramaan akkatti dhiiga dhuga

Dhiigni lammii summii sitti haa ta’u! Magaalaa Aawwadaay, Gochaa suukanneessaa abbaan irree ummata Oromoorratti raawwataa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *