Oduu Haaraya

Har’a Naannawa Mi’eessoo ( Harargee Lixaa) keessati loltoonni Wayyaanee nama lama ajjeesan

mieesso

‪#‎OromoProtests‬ continues so is the killing. Today in Miesso ( January 17, 2016) TPLF soldiers killed two people and wounded three. One of the killed is identified as Yasino Abdella Ali.
========
Qabsoon ummata keenya itti fuee jira, diinnis ajjeechaa itti jira. Har’a Naannawa Mi’eessoo ( Harargee Lixaa) keessati loltoonni Wayyaanee nama lama ajjeesanii sadi madeessanii jiran. Warra du’e keessaa tokko Yaassinoo Abdallaa Alii jedhama.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Qeerroon lafaa ol ka’i mirga kee kabachiisi Hayyoota keetis hiksisi

PRO.Mararaa Guddinaatiin Yaa Saba Bal’aa !! Akkuma beekamu yeroo ammaa kana haala rakkisaa fi yaaddessaa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *