#OromoRevolution OROMO, IYYAA-IYYA DABARSAA!!

10 years ago

  Dhaamssa ilmaan Oromoo huunddaaf. Oromoonnii Aniiyyaa Roorroon diinaa Karaa huunddaan waan issaaniitti haammaatteef nuuf diirmadhaa issiiniin Ja'aan. ================ As…

ABO 2017 New year Message

10 years ago

ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT 2017 New Year Message from OLF Chairman Galasa Dilbo Comrades and Compatriots, Happy new…

B A G A  I T T I I N   I S I N  G A H E !

10 years ago

Bara gaarii - bara guddinaa Bara balleeysinu shiraa fii jallina Bara tokkummaa -  bara nageenyaa Bara lagannu wal jibbaaf hammeenya!…

OMN tamsaasa Afaan Arabaa eegaluun akka jabaatti irratti haasayamaa jira.

10 years ago

Kuni waan gaariidha. Sababni OMN Afaan kana tamsaasatti daballeef nama hedduuf ifa. Namni hedduunis barreessee jira. Xiqqoma itti dabaluuf: Kaayyoon…

Ibsa Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO)

10 years ago

  (Muddee 27, 2016) Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa dhaabbataa Mudde 16 – 25, 2016 gaggeeffateen haala…

Tarsimoo TPLFn Isii Kuffisu

10 years ago

  Galiin barruu kanaa waan TPLF ammaantana umataratti hojjachaa jirtu erga cincileen booda mala ykn yaada toftaa fi tarsimoo isii…

DHAAMSA JAALLAN QABSOO IRRATTI KUFANII: “Daandiin bilisummaa, hagamuu dheerattu, nuunis galaafattu, galii ishee hin hanqattu!”

10 years ago

DHAAMSA JAALLAN QABSOO IRRATTI KUFANII: "Daandiin bilisummaa, hagamuu dheerattu, nuunis galaafattu, galii ishee hin hanqattu!"  

Ethiopia asks Egypt to respond to allegations over alleged support of opposition groups

10 years ago

http://www.dailynewsegypt.com/ The Ethiopian government is awaiting a response from Egypt to a request that Egyptian authorities take action against alleged…

OMN sagantaa Afaan Arabaan tamsaasuun dhugaa ummata keenyaa addunyaa afaan keenya hin beeyne dhageeysisuufi Oromoo addunyaan wal barsiisuuf faaydaa guddaa qaba.

10 years ago

------------------------------------ -Najiib Zannuun Diinoonni Oromoo takkaa rafanii hin beekan. Kan isaan hirriiba dhabaniif cubbuu fi shira xaxuu,akkasumas ummata Oromoo gandaan…