yaman | Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya

Tag Archives: yaman

baqattoota oromoo yaman 2015

Obboleewwan keenya Biyya Yamanitti Humnoota hin beekkamneen Ukamfamanii kan turan, gadi Lakkifamuun isaanii dhagayame.

  Raadiyoo Dandii Haqaatiin {RDH} Roobi Bitoteessa 30 /2007 Dhalattoota Oromoo kan Ta’an Obboleewwan keenna lakkoofsaan 40 kan ta’anii fii Lammiiwwan biyya adda addaa irraa gara Yamanitti baqatuun Yaman keessa Osoo jiraataa jiran, Wiirtuu/ Markazoota adda addaa keessaa Humnoota hin bekamneen kan Ukamfamanii turan ta’uu isaanii gabaasuun kenya ni yadatama. Obboleewwan keenna kun, Hiidhaa Guyyoota …

Read More »
baqattoota oromoo yaman 2015

Iyyata Lammummaa L.K (2) (TBHOY.)

  Akkuma Kana Dura iyyata Lammummaa Gara Hawaasa keenya kanneen Biyya Ambbaa keesa Jiran ammallee Miidiyaalee Dhimma Hawaasa Baqattoota Oromootiif Dhaabbatan akkasuma Walii gala Warroota Rakkina Baqattoota Oromootiif dhaabbatan nitti Maqaa Baqattoota Oromoo Biyya Yamaniin Koreen Waajjira Kominiiti Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman, iyyata lamummaa Dabarsinetti, akkasuma Yaroo ammaa kana Sababa Haala biyyattiin tun guyyaa

Read More »