Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree kaawametti odoo hin seenneen dura, qabsoo Oromoo keessatti waan hubatamuu …
Read More »OSAn Jawaar ni afeerraa fii hin afeerruurratti garee lammatti cabe
OSAn Jawaar ni afeerraa fii hin afeerruurratti garee lammatti cabe
Read More »Haasawa Dr. Ittaanaa Habtee har’a iccitii Obboo Johaar Muhammed jedhee dubbate haasawa mizana kaasu miti.
Haasawa nama baratees hinfakkaatu. Maqa balleessi nama dhunfaa fakkaata. Waan qabsoo sabaaf dubbatamees natti fakkaachuu dide. Gara jibba dhunfaatti harkaa gadi bu’e fakkaata. Kunis taye …
Read More »Dr. Ittanaa Habtee, “Jawaar Mohamed Abiyyi waliin qaamaan wal arge mariyatee jira”
#OromoProtests, Grand rally Dambi doolloo
#OromoProtest, underway West Arsi Wabe
Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa
Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira. fincilli diddaa gabrummaa tiif kaabaa-kibbaan, …
Read More »ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.
Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu miti. …
Read More »Manni murtii Fedaralaa Itoophiyaa,hidhamtoota Koree Hawaasa musiliimaan yakkamtoota jedhe.
Murtee fi ijjannoo hooggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo
Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa waxabajjii 20 fi 21 bara …
Read More »