Fincila | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Tag Archives: Fincila

madda walaabuu

‪#‎OromooProtests‬ Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)

  Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …

Read More »
fooziyaa

Dubaratoota Oromoo Biyya UK waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata Oromoo dhageesisaa jiru

  Amajjii 6 Bara 2016) Waldaan Dubaratoota Oromoo Biyya UK ajeechaa fi hidhaa ilmaan oromoo irratti mootummaa faashistii Abbaa Hirree TPLFn gegeeffamaa jiru balaaleffachuun Amajii …

Read More »