seenaa | Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya

Tag Archives: seenaa

bakar waaree

Seenaa gabaabaa obboo Bakar waaree: “Bada Bakar Waaree yaa ba’eessa nama, Osoo si deessee haatee marraa lama” …

SEENAA BAKAR WAAREE Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa ture. Lolli kun Amajjii 6 bara 1887 humna Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo, Oromiyaa bahaa jiraatan …

Read More »
abbaa urjii1

Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa

  Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira. fincilli diddaa gabrummaa tiif kaabaa-kibbaan, bahaa-dhihaan diinarratti godhamaa jiru sossooha qabsoo bilisummaa ummata Oromiyaa keessatti argamee hin beeku. Wayyaanee bara diiydamii afuriiiif cabsitee baysitee irren biyya bulchaa jirtu bu’ura sossoosee jira. Wanni hafe dhiibanii kuffisuu …

Read More »