Ijoollee too yaa tiruu
Read More »Qubeen Afaan Oromoo qabsoo cimaafi wareegama qaqqaaliin as geesse. Laaftutti L jedhanii lallaaquun hin taatu.
Kitaabni ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ dhihotti magaalaarra ooluufi
Kitaabni ifaajee waggoota dheeraa nagaafate, ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ mata-duree jedhu jalatti maxxanfamee, Hagayya (August) 1, bara 2015, Minnesotaa, Magaalaalee Lakkuu keesssatti eebbifamee harka dubbiftoota seenuuf …
Read More »Marii dhimma Afaan Oromoo..
Guddinni Afaan Oromoo eessarraa ka’ee eessa gahe, yeroo ammaa hoo sadarkaa kamirra jira? Gaaiffi deebisa OMN Dr. Abdulsamad Mohamed waliin taasise
Read More »MAMMAAKSA AFAAN OROMOO FI GITA AFAAN FARANJII
-Namni harka namaatiin ibidda qabatu, hin gubatu. * A person who walks in another’s tracks leaves no footprints. . -Farda khannaa ( kha namni namaaf …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Jahaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Shanaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma …
Read More »Afaan Hojii Woyyaaneetiifi Isiin Dhageettu, Afaan Qawweeti; Oromoolle Afaan Qawwee Qofaan Woyyaanetti Haasawuun Dirqama.
(VOICESFORVOICELESS.BLOGPOST.SE.COM) Yaa Oromoo, qabsoo bilisummaa biyya tokkoo keessatti gargaarsi biyyoota alaa ni barbaachisaadha yoo jennee of gaafannee, deebiin jiruu eetii (eeyyee) ta’a; garuu eenyurraa, akkamiin, …
Read More »OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!
Diinnii Maal Balleesse?!
Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa’i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu habuuqqachiifne. Qe’ee bal’aa itti agarsiifne. …
Read More »