OLF | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Tag Archives: OLF

wbo

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaatti humnoota mootummaarratti injifannoo gonfachuu beeksise.

WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti,  Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal Waaqoo Guutuu fi Cibraan Hambaa …

Read More »
kamaal galchuu

Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera.

(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti geggeeffateen ta’uus labseera. Gareen ABO …

Read More »