An ammumayyu nama kabajaa guddaa Obboo Galaasa Dilbootiif qabu keessaa tokko. Obboo Galaasaan nama jireenyii isaanii bilisummaa Oromootiif jedhe erdarame keessa nama tokko ta’un …
Read More »
An ammumayyu nama kabajaa guddaa Obboo Galaasa Dilbootiif qabu keessaa tokko. Obboo Galaasaan nama jireenyii isaanii bilisummaa Oromootiif jedhe erdarame keessa nama tokko ta’un …
Read More »Waamicha ummati oromoo jaarmiyaalee siyaasaa Oromoof taasisaa turee fi jiru ka’umsa taasifachuun, qabsoo Oromoo gara fuuladuraatti tarkanfachiisuuf, tokkummaan jaarmiyaa Oromoo murteessaa ta’uun isaa ifaadha. …
Read More »(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti geggeeffateen ta’uus labseera. Gareen ABO …
Read More »Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu miti. …
Read More »Mootummaan Itophiyaa murna bicuu Wayyaaneen durfamu QBO gufachiisuuf tooftaalee adda addaa baafatee hojjataa akka turee fi jiru lammii Oromoo jalaa dhokataa tahee hin beeku. Haalli …
Read More »Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa waxabajjii 20 fi 21 bara …
Read More »Gaaffii fi Deebii Ittaanaa Hayyuduree ABO, Obboo Bultum Biyyoo, waliin Oromeidan taasise, Kutaa tokkoffaa
Read More »Jaallannee Gammadaa WASHINGTON DC—Dilbata darbe Naannoo daangaa Itiyoopiyaa fi Keeniyaa irratti waraana mootummaa Itiyoopiyaa fi adda bilisummaa Oromoo gidduutti wal waraansi geggeeffamuu isaa gaazexaan Keenyaa …
Read More »Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) seenaa miseensota isaa sirriti beekaa.Kan waan gaarii hojjataan saba isaaniii biraatti kabajaan beekamuu. Worrii waan gadhee hojjataan ammoo akkasumaa gadhumaa isaanitiin …
Read More »ABO fi qabsoon bilisummaa Oromoo jeeqama keessa turuunii fi jiraatuun waan haalamamuu miti. Jeqamni kun, dhokataa miti; ifaa dha; ija keenya dura jira. Akkuma Oromoon yoo …
Read More »