KFO Archives | Oromia Shall be Free
Oduu Haaraya

Tag Archives: KFO

Guyyaa har’aa Caamsaa 20,2007 barattootni Yunivarsitii ‪#‎BuleeHoraa‬ Fincilaa Diddaa Gabrummaa haalaa namaa gammachiisun itti fufaniiru.

 Walgahi ganamaa sa’aa saditti sababaa fincilaa waa’ee filmaatarratti ka’ee mari’achiisuf tattaaffi ergamtootni wayyaanee godhan harkaa fashaleessaniru. Akkumaa walgahiin kun jalqabeen, barattootni Oromoo gaafiwwaan armaan gadii …

Read More »