Imala qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa ykn tobtaa irratti wal dhabuu …
Read More »
Imala qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa ykn tobtaa irratti wal dhabuu …
Read More »Abdii Boruutiin Mirga namummaa kabajjiisuufis ta’ee bilisummaa dhaban deebisanii argachuuf qabsoon karaa nagaatiin godhamu filannoo (option) gaarii akka ta’u kun dhugaa waliigalaa ti. Haa …
Read More »Boruu Barraaqaa irraa OPDOn gaafa bixxilamtee qabee seenaan isiin himataa baate ‘Kaaba Shawaa aanaa Darraa keessatti jaaramne’ kan jedhu ture. Haa tahu malee qondaalonni hangafni …
Read More »Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa godhu malee ka’aa jedhee kaasee …
Read More »Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa dabree akka har’a gaye seenaatu ragaa ta’a. Bu’aa bayiin kun har’allee bifa adda addaatiin cimee ittfufaa jira malee wanti fooyya’e ni jira jedhee yaaduun na rakkisa. Bu’aa bayii QBOn keessa dabarse kana keessatti ammoo lubbuu …
Read More »Abdii Boruutiin Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii barbaadan tokko gahuuf tarsiimoolee fi …
Read More »Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame tokko argee dubbisuu kiyya dha. …
Read More »Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka turani fi jiran seenaatu ragaa …
Read More »Abdii Boruutiin Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni hidhaa amma jiru tokko yoo …
Read More »