Tibba manneen barnoota magaalaa Finfinnee keessa jiran keessatti sababa alaabaatiin hokkorri kaafamuun ni yaadatama. Kanuma hordofuudhaan dhiheenya mana barnootaa kan Kutaa magaalaa Qirqoosi argamu tokko keessatti Alaabaan oromiyaa buufamuu barsiisonni mana barumsichaa ibsan. Rakkoon kun gama mootummaatiin furamuuf yeroo baayyee irratti mariyatamullee, furmaanni waaraan argamuu hin dandeenye jedhan barsiisonni. Guyyaa har’aa garuu alaabaan bahuuf wayita …
Read More »