VOA | Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya

Tag Archives: VOA

baqattoota liibiyaa

Godaantoota Libiyaa Keessatti Rakkatan Gargaarraa

Godaantoota Libiyaa keessatti danqamanii jiran Amerikaa kaabaa fi Awurooppaa dabalatee biyyonni nagaa qaban eeguumsa akka taasiisan gareen Doktooroota Daangaan hin uggurre gaafatee jira.Kana malees kanneen haala hamaaf saaxilaman kun hatattamaan Libiyaa keessaa akka baafaman gaafate. Kunis godaantoonni achitti danqamanii jiran karaa chii itti ba’u danda’an hedduu banuun, akkasumas karaa ittiin ba’aman kan amma iyyu jiru …

Read More »
voa filmaata

Mootummaan Korojoo Filannoo Saametti Akka Taajjabdoonni Mallatteessan Humnaan Dirqsiisa, Jedhu Mormitoonni

VOA afaan Oromoo Aanaalee Filannoo Oromiyaa hedduu keessatti humnoonni hidhattootaa Mootummaa akka taajjabdoonni korojoo humnaan harkaa fudhatamee fi irraa hariyatamnitti mallatteessanii fi seera-qabeessa fakkeessan doorsia, …

Read More »
obaamaa 2015

President Obama’s annual budget is the largest of any in the world. So is the amount set to be spent on defense: $585 billion dollars.

Voice of America The global implications for conflicts in Africa, Europe, and the Middle East:http://www.voanews.com/…/defense-swallows-near…/2625649.html

Read More »
toltuu tufaa 21014

Toltuu Tufaa, Porojeektii Afaanii fi Eennummaa Oromoo Addunyaatti Guddisuuf Jalqabde, ‘Afan Publications’ Eebbisiisuutti Jirti

WASHINGTON,DC— Gaafa tokkoo manii barumsaa tokko ijoollee cufaan afaan keessaniin suuraa kaasaa,wa barreessaa kootta jedhe,jennaan daahimii tokko dadhabe maaliif akka dadhabe gale maatii isaa gaafate. …

Read More »