(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan…
#Oromoprotests, Amajjii, 2016 ('Share' godhuun dabarsuun deeggarsa oromummaati) Maqaan isaa Ibraahim Sa'iid jedhama. Qindeessaa muziiqaati. Namni oromoo tahe baayyeen…
#Amajjii 11,2016 ======== Godinaa Wallagga Lixaa anaa Jaarsoottii qondaaltonnii OPDO wal shakkii cimaa keessaa seenuun walgahii galgalaa taa’uun kaabinoonni hundi…
http://atlantablackstar.com/ Ethiopian security forces have killed at least 150 people taking part in mass anti-government demonstrations according to human rights…
Abbaa Urjiitiin Hawaasni dadhabaan jabaa ollaa qubatu ykniis kan halaalaa itti dhufuun injifatamuun kan Oromiyaa tiin hin jalqabamne. Seenaa jabaan…
http://waer.org/post/ About 50 refugees from Ethiopia took to the streets of Syracuse Friday to try and get the U.S.…
Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa…
Oduu waa'ee fincila mormii master pilaanii oromiyaa keessatti taasifame Tv Network Africa irratti
Oromo Evangelical Church of Edmonton Waldaa Hawwaasa Oromoo Edmonton
Hunduma keenya biratti akkuma beekamu yeroo ammaa kana quuqamtoonni Oromoo yeroo dhumaaf garbummaa seenaa gochuuf hojiirra jira!. Addumatti galata…