Qindeessummaa Tamaam Bbaatiitii namoota seenaan qabsoo bilisummaa Oromoo maal akka ta’e hin beekne kanneen gossaa fi ganda isaa ta’an…
Onk 18,2015 Paartiin Koongireensii Federalawa Oromoo har’a magaalaaFinfinneetti dhimma maaster pilaanii Finfinnee irratti marii hawaasaa gaggeesseera. Marii hawaasaa kanarratti bakka…
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira…
Dictaatorri daggalaa Bakka ciisuu alaan'alaa Ifirraan garagaggalaa Kan tuqe ija hamtuun laalaa Isa maaltu godhe utubaa sibiilaa? Gurran qabu afaan…
OMN:Oduu Onk.15,2015 Hayyuun Barnoota Argaa dhageettii Gadaa Oromoo bu’uuressanii, aadaa fi seenaa Oromoo yeroo dheeraaf barsiisaa kan turan, Abbaa…
Some of the countries that are represented on the cultural day was Syria, Iran, Eritrea, Oromia, Dominican Republic, Somalia and…
Onkoloolessa 15,2015 guyyaa kaleessaa magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessaa bakka Opera jedhamutti walgahiin Dubartoota Afrikaa fi Dubartoota Oromoo hirmaachise…
Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin…