Deebii gaafii :Oromoon jalqaba ISLAAMA moo WAAQEFATAA ture???

9 years ago

By: Abuu Uweys (Qorataa Seenaa Muslimoo Ityopjiya)Ergaan asiin gadii kun Waaqeffattoota Oromia Midia Network (OMN) irratti osoo seenaa dhugaa hin…

Muummichi ministeeraa Obbo Haayila Maariyaam Dassaaleny kaabinoota isaanii mana mare bakka bu’oota ummatootaf dhiyeessuun muudaniiru:

9 years ago

Haaluma kanaan:- 1 Obbo Dammaqee Mokoniin I/A Muumicha ministeeraafi qindeessaa kilaatera hawaaswummaa 2. Dr. DabreTsiyoon G/Madiin -Sad/I/A Muumicha ministeeratti qindeessaa…

Godina Harargee Bahaati Qammooni Motummaa Hawaasa Musliimaa kan Cinqaa Jiran ta’u Bekkaame.

9 years ago

  Raadiyoo Daandii Haqaatiin Robii Fulbana 26/2008 Nannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadis Araddaa Badhaatut Qammooni Motummaa Darasoota kan…

Godina Arsii magaalaa Dheeraatti namoonni sadii ajjeefaman.

9 years ago

OMN:Oduu Onk.06,2015 Godina Arsii aanaa Doddotaa magaalaa Dheeratti, ijaarsa seeraan alaa manneenii jechuun, wayta bulchitoonni aanichaa manneen jiraattotaa diigaa turanitti,…

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO), fi Ijaarsa Bilisummaa Saba Oromoo (IBSO)

9 years ago

Maqaa Maastar Pilaanii Finfinnee jedhuun, Uummata Oromoo Qe’ee isaa irraa Buqqisuu fi Oromiyaa xiqqeesuuf Wayyaaneen Tattaafattu Qabsoo Keenyaan irra aanna…

FOORMULAA GABAABDUU IRREECHI KAN WAAQEFFATTOOTAA TAHUU IFA BAASU.

9 years ago

Irreeffannaa jechun maal jechu yoo jennee gaafannu, waaqaa galata galchuu jechuudha nuun jedhu. duuba waaqaa galata galchuun guyyaa irreechaa qofaa…

Ummanni 150,000 Aanaa Zuwwaay Dugdaa Jiraatu Beelaan Shororkaaya Jira

9 years ago

  October 4, 2015 ‪#‎By_Qeerroo‬ Aanaan Zuwaay Dugdaa Godina Arsii qarqaraa haroo dambalii dheerina naannawa harichaa walakkaa ol irra naannofte…

JECHOOTA BIYYOOTAA KUTAA 2FFAA

9 years ago

BY Barsiisaa Abdii Luuccee Qeerransa yaabbachuun deebi'anii irraa bu'uuf nama dhiba Chaaynoota • Dhiqan Kan hin qulqulloofne mataa harree qofa…

Beekaan sirna Gadaa Tokkos yeroo ILMAAN Oromoo gorsan akkas jedhu…

9 years ago

Maqaa nuti hiika saa hin beekne hin moggaafatinaa jedhu! Jedhanii hin dhiisnee Maqaa Muhammad jedhuu fii Kadiija jedhu hiika isaa…