MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Saddeettaffaa

11 years ago

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa saddeettaffaa kana duukaa-buu'uuf…

Wali galteen hoggantota Sudaan kibbaa jiddutti IGAD finfinne keysatti gad-geysaa jiru fashalun isaa gabaafame jira.

11 years ago

Hegeree Oromiyaatiin Akka burqaan Oduu Anaadol ibsetti Pri/ Sudaan kibbaa wali galtee kana mallateysuuf guyyaa 15 jubbatti debine wal-marihanne debina…

Duguuggii sanyii Ruwandaa fi Czechoslovakia keessatti raawwatame, oromiyaa keessatti raawatamuuf itti jiramuuf, jaarmiyaaleen siyaasaa Oromoo waanta hubachaa jiran hin fakkaatu ykn qaama rakkoo ta’uuf jiru.

11 years ago

Akkuma irra deddebi’amee beektotaa fi namoota gara garaan akeekame, haalli ummati Oromoo fi oromiyaan keessa jirtu eddu yaadeessaa dha. yeroo…

Walii Galtee Jaarmayoota Oromoo Afran jiddutti tahe …

11 years ago

Walii Galtee  Jaarmayoota  Oromoo  Afran jiddutti  tahe  Ilaalchisuun  Ibsa  JTBO-ABO-Yemen  Irraa  Kenname  Jaarmayaan  Tokkummaa  Baqattoota Oromoo  ABO-Yemen  Kan Jijjiiramaa  Akkuma…

Hawaasa Muslimaa Afaan Oromoo Dubisu hundaaf !

11 years ago

  Kitaabon Hayyuu Fi beekaa Seenaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal Afaan Oromoon Qophaahan . Kitaaboon Beekaan Seenaa fi miseensi koree fala…

Qabsoon Bilisummaa Hojiin Malee Ololaan Bakka Hin Gahu

11 years ago

Jaarmayoota siyaasaa, sabboontotaa fi kanneen mirga namoomaaf falman marti mootummaa empaayera Itophiyaa irratti of aangomsee jiru irraa hammeenya suukanneessaa gosa…

“NAMNI BISHAAN FUDHATE HOOMOCHA QABATA” JEDHA OROMOON”

11 years ago

Hagayya 15 , 2015                                                                  Laakk.KWO.006.2015   Iabsi maqaa koree ABO jijjiramaa Godina Ameerikaa Kaabaan kenname gonkuma ka nu hinbeeknee fi…

ABO – AWO – Jijjiirama – ADO – KWO – ???  fi  THBO

11 years ago

  Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru? Abdii Boruutiin Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti…