“‪#‎YOOMI_BARIITI_LAATA‬???

10 years ago

Halkan Nutti Cimee Dukkannis Hammaatee Dukkana Ulfaatee Bineensi Nunyaatee Ifa lafa Yaadnee Eegganees Nidhabnee Aduun Calaqqistuun Irribaa Nuu Hinkaafne Lukkuun…

Akkuma barame akka aadaa isaa korii Bashannana ABO Amerika Kaabaa kan bara 2014 milkiin xumurame jedhu

10 years ago

Korri Gamtaa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo fi akkasumas kan Hawaasaa Hagayya 6 hanga Hagayya 9tti Magaalalee Lakku (Minneapolis fi Saint Paul)…

‪#‎Jechoota Beektotaa‬!!!

10 years ago

* Qabaadhu: ~ Jaalala onnee ~ Beekumsa sammuu ~ Obsa garaa ~ Dhugaa arrabaa ~ Ogummaa harkaa qabadhu! * Bara…

GAREE UMMATA OROMOOTIIN SHORORKEESSAA JEDHAMUU QABU!

10 years ago

Garee farra tokkummaa ummata oromoo tahe,dhukkuba daranyoo sombaa wayyaaneen ummata oromootii raabsite!Yoo oromoo dhugaa taate osoo hin hifatin dubbisi!!Akkam jirtu…

Dhibeen EBOLA Itiyoopiaa hin seenne ta’us of Eeggataa jirra jedhu angawoonni

10 years ago

Hanga ammaatti Itiyoopiyaa keessaa dhibee Ebolaan namni qabame hin jiru kan jedhan ministerichi eegumsa fayyaa qopheen duraa barbaachisu garuu raawwataa…

HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!

10 years ago

Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun…

Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa..

10 years ago

Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa, humnikoo nadhumtee laaftee mogoleenkoo, osoodhuman jooruu fagaatte barrikoo, ganna kudha…

Kana beektuu laataa?

10 years ago

Gadaa Boruutiin * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan * Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakka…

Biyya Misraa Magaalaa Cairo keysatti warra Akhwaan Al-Muslimuuna fii Waraana Motummaa gidutti jeequmsa Umameen Namni 5 du`ee namni 70 madaawee jira.

10 years ago

Hagayya 14/2014 magaalaa Cairo keysatti Warri bara dheengadda Aangorra arihataman "Akhwaan Al-Muslimuun " Dhumaatii Raabia Al-Adawiyya fi Medaan Al-Nahadaa "yaadachuuf…

Generation fearless of death and detention destroys mountains.

10 years ago

By Firehiwot Guluma Tezera There is an Ethiopian saying “she lost what she has under her armpit while reaching for…