Oromo be unite Oromo be unite Struggle for our right Future may be bright

10 years ago

Do not hesitate quite Work day and night We are created for that We Oromo’s “Qeerro” No one of us…

Seenaa Gabaabaa Raggaasaa Jimmaa

10 years ago

Raggaasaa jimmaa ykn Hussein Abbaa Bulguu goota Oromoo dhaloota naannoo jimmaa ti. Bara chaartaraa WBOtti dabalame. 1991 irraa kaasee hanga…

Barataan Yuunivarsiitii Haramaayaa Hasan Huseen mana hidhaa mootummaa wayyaanee keessatti wareegame

10 years ago

Waxabajjii 03, 2014 Finfinnee Ajjeechaan ilmaan Oromoo keessumaa barattoota Oromoo irratti xiyyeeffatamuun tarkaanfiin fudhatamaa jiru itti fufee jira. Yuunivarsiitii Haramaayaa…

አባ ዱላና ከንቲባ ድሪባ የቁም እስረኛ ሆኑ፣ ፓስፖርታቸው ተቀማ

10 years ago

አባ ዱላ ገመዳና የአዲስ አበባ ከንቲባ ድሪባ ኩማ ፓስፖርታቸውን ተነጥቀው የቁም እስረኞች መሆናቸው ከተለያዩ ምንጮች እየወጡ ያሉ መረጃዎች አመልከተዋል። የጎልጉል ምንጮች…

Garaaf jettee hin gowwoomin..

10 years ago

Hawwii Caalaa irraa | Waxabajjii 3, 2014 Garaaf jettee hin gowwoomin Qarshiif jettee hin gabroomin Dhugaaf du`i malee sobuuf hin…

Wayyaaneen ergamtoota isii lama paasporti harka fudhatte

10 years ago

Gabaasni Abbaa Duulaatifi Dirribaa Kumaatirraa paasportii fudhachuu kun, Wayyaanen duula Oromoo ukkamsuuf gootu kan marsaa lammataa eegaluu dhawwaaqa. Duula kana…

‪#‎oromoprotests‬, Dararamuun Ummata keenyaa haa dhaabbatu!

10 years ago

 ‪#‎Kellem‬Wollega Zone, Lalo Kile WoredaGuyyaa har’aa (03/06/2014) ganama keessaa yeroo 9:30AM irratti oromiyaa poolisiin aanaa Laaloo Qilee irraa hojjetan daldalaa…

Waamicha Tokkummaa Gurmuu Qabsaawoota Oromoo

10 years ago

ADDA BILISUMMAA OROMOO   Haalli  yeroo  ammaa  oromoo  fioromiyaankeessajiru,yeroo  kamuu  caalaa  diinni bitaa  fimirgaan   ummata   oromoo  irratti  duuluudhaan,   egeree  sabaaf…

Dhalootni Qubee bu’aa QBO ti malee kan polotikaan gosaa dhalchee miti

10 years ago

  Abdii Boruutiin   Yeroo hunda, dhimmi uummata Oromoo ykn waayeen qabsoo bilisummaa isaa yoo ka’u, Habashootni, waan kana busheessuuf…

#OromoProtests in Aden, Yemen; in Nebraska, USA

10 years ago

#OromoProtests in Aden Republic of Yemen On 10 May 2014 A Somali speaks at #OromoProtests in Nebraska