Djibouti expels thousands of Ethiopian migrants

4 years ago

ADDIS ABABA: Djibouti has sent thousands of Ethiopian migrants back to their country in recent weeks, and some returnees have…

Adeemsa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti warraaqsa dhalatanii galma hankaakan/hanqatan (1870 – 2020)

4 years ago

Malkamuu Jaatee, Caamsaa 15 bara 2020 Seensa Ummati Oromoo mootummaa-maleeyyi ta’uudhaan walabummaa sarbamee, aangoo ittiin diina ofi irraa ittisu dhabuudhaan,…

Walitti ida’amuu qofaan Koroonaa moo’achuun danda’ama jedha MM Abiy Ahmad.

4 years ago

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/videos/204022534359247/?t=70 Saayintistootnii fi Doktorootni garuu addaan fagaachuu qofaan Koraanaa moo'achuun danda'ama jechaa jiru. Saayintistootnii fi Doktorootni faallaa Abiy waan deemaniif…

Dr.Milkeessaan buutame jira!

4 years ago

Oduu Ammee! "Giriggirri keessa budeen nacciin shan bade" jedhani!Giriggirri dhibee Koronaa vaayiraasii sababeeffachuun Mootummaan bilxiginaa fi harcaattootni sirnaa naafteenyaa koronaa…

Caqasi Leenjii Bilxiginnaa!

4 years ago

https://www.facebook.com/ijole.hararge/videos/1082026345504867/?t=55

Gorsa namoota dhukkuba ‘Asmii’ qabaniif dhukkuba COVID-19 ilaalchisee.

4 years ago

Dr. Gurmeessaa Namoonni kanneen dhukkuba dabalataa qaban dhukkuba COVID-19 kanaaf haala addaan saaxilamoo akka ta'an beekamaadha. Namoonni dhukkuba asmii qaban…

(OROMUMMAA fi SABBOONUMMAA) / (ITOOPHIYUMMAA fi AMAARUMMAA)

4 years ago

(ኦሮሞነት እና የኦሮሞ ብሔርተኝነት) / (የኢትዮጵያ ብሔርተኝነት እና አማራነት) Berhanu Hundee Dhimmootni mata dureerratti lakkuu lakkuudhaan garee lamatti bahan kun…

Tatamsa’ina Vaayrasii Korona To’achuuf Murtoo MNO Dabarse

4 years ago

Mootummaan naannoo Oromiyaa tatamsa’ina vaayirasii koronaa ittisuu fi xiyyeeffannoo addaatiin socho’aa jira. Sosochii hanga ammaatti taasifame akka jirutti ta’ee gaaga’ama…

Coronavirus: Sudan deploys troops to secure Ethiopian border

4 years ago

On Friday, the Governor of El Gedaref state, Maj Gen Nasreldin Abdelgayoum, announced the deployment of more troops to reinforce…

Dhaamsa waayee dhukkuba Corona

4 years ago

Ummata keenna kan baadiyaatiif 1. Gabaa loonii dhiisaa( obsaa). Namni daldala looniitiif dhufu hedduun magaala gurguddoo irraa waan dhufuuf san…