DHALOOTA ISAA :- Dhaloonni isaa akka bara faranjiitti bara 1934. BAKKEEN INNI ITTI DHALATE : Baha Oromiyaa Carcar Laga Arbaa…
(Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo) Addunyaa kana irraa duáan boqochuun hayyicha amantii, afaanii fi barnoota seenaa Dr. Mohammad Rashaad Abdullee,…
Ani Sh. Mahamd Rashaad akka khiyyatti akkaan isa laalutti khaznnaa Ilmmii Diinii dunyya, khaznnaa funuuna gurgguddaa, Deeraa ogooma waa heddu…
Silaa addunyaan mana keenyaa mitii Manni dhugaa kan du'a boodaati Duuti waa hin haftu hundumatti dhufti Arra kunoo dhabne aalimticha…
Abbaa Tafsiira qur'aanaa Afaan Orommo, Abbaan Qubee Afaan Oromoo, Hayyuu, beekaa, walaleessaa, gaazeexeessaa, sabaaf laalataa, ummata isaa dukkana wallaalaa keessaa…
Du'a 3 aalimticha guddaa Haaji Zeeynuutiif jecha imimmaan keenyaahuu odoo hin qoorin Du'a sheekh Mohammed Rashaad lammada dhageenye.. Torbaan tokko…
Jajjaboo Sabaatiin Gurmuun gabroonfataa /Cunqursaa/ yoo maraa haguma haaganaan “RAFRAFEENAA” dhufuu bultii baafata. Wayyaaneen akkuma sirna gabroonfataa/cunqursaa biraa akka qawween…
Urjii Ahmad Nama Osoo hin Beyne akka boombaatti afaan banurra, Boombiitu irra wayya. Sheekh Dr. Muhammad Rashaad Abdullee Gaafa jirus…
Abbaa Tafsiira qur'aanaa Afaan Orommo, Abbaan Qubee Afaan Oromoo, Hayyuu, beekaa, walaleessaa, gaazeexeessaa, sabaaf laalataa, ummata isaa dukkana wallaalaa keessaa…
We will be broadcasting the inaugural of Jaaraa Abba Gadaa foundation and memorial service live at: http://ustre.am/YJoF - check it…