Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?

12 years ago

    Abdii Boruutiin   Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota…

Qubeen Afaan Oromoo mallattoo bilisummaa ti, dhalootni qubee ammoo abdii egeree ti

12 years ago

    Abdii Boruutiin     Waggoota afurtama dura, yeroo Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa jedhanii dubbatan sana, Afaan keenya haala…

Dhugaa fakkeessanii afaanfaajjii uumuun, uummata Oromootiif dubbachuu hin ta’u

12 years ago

    Abdii Boruutiin     Namni tokko dhimma tokkorratti yaada isaa yoo barreessu, yaadni inni dhiyeessu kun dubbistoota hundaa…

Dhuguma Itoophiyaan isaanii biyya haadha hundaatuu ta’uu dandeessii?

12 years ago

    Abdii Boruutiin     Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, mee gaafii tokko…

Gad-aantummaa aadaa fi Afaan isaaniitu isaan cinqa moo, diigamuu impaayaraatu isaan yaaddessaa?

12 years ago

  Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo fi uummatootni biroo gabrummaa Habashaa jalatti kufanii kaasee hamma bara 1991tti ol-aantummaan aadaa fi…

Baddanii Badaa yaa warra badoo!!

12 years ago

    Abdii Boruutiin   Dubbisttotni barruu kiyyaa, yoo mata duree kana argan rifachuu yookaanis Abdii Boruu maal maal jedhaa?!…

Qabsoo laafte tokkummaa dhaan haa cimsinu jechuun, odeeffannoo diina sooruu miti

12 years ago

    Abdii Boruutiin     Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na tasise, barreeffama mata duree “Hokkoon yeroo hundaa gara…

Yoo waliigaltee fi tokkummaan hin jiraanne, kaayyoo kamiiyyuu galii hawwameen ga’uun rakkisaa ta’a

12 years ago

    Abdii Boruutiin   Waayee tokkummaa qabsaa’ota Oromoo ilaalchisee, yeroo adda addaa keessatti barruulee gara garaa akkan dhiyeessaa ture…

Qabsoo Bilisummaa Oromoo maaltu laaffise ykn laaffisa?

12 years ago

Abdii Boruutiin Gaafiin akka mata dureetti kaase kun onnee Oromootaa, keessumaayuu kan warra dhimmi kun isaan ilaaluu fi qalbii isaanii…

Dhaamsa, ibsa, labsa, walga’ii, ibsa ejjannoo,… Qbsoon bilisummaa Oromoo jechoota qofaatti haftee?

12 years ago

Abdii Boruutiin     Mata duree kanaan yoon barruu kana dhiyeessu, dhimma qabsoo kanaarratti maaliif ibsi ykn/fi labsi baha? Maaliif…