Tokkummaa ykn tumsa humnoota Oromootiif iyyuun tumsa hunda hammataa alaa diduu miti

13 years ago

    Abdii Boruutiin     Akka yaada fi ilaalcha kiyyaatti, tokkummaa diduun humna diiguu dha; tumsa diduun ammoo humna…

Tumsa hunda hammataa alaa dura tokkummaan ykn tumsi mooraa QBO keessatti ijaaramuu qaba

13 years ago

    Abdii Boruutiin     Waayee tumsa hunda hammataa (All-Inclusive-Alliance) ilaalchisee, turban lamaan dabran keessatti, marii oo'aan akka godhamaa…

Guddinni Afaan Oromoo qaama qabsoo bilisummaa Oromooti

13 years ago

    Abdii Boruutiin     Cimina qabsoo bilisummaa Oromootu (QBOtu) Afaan Oromoo guddisa moo guddina Afaan Oromootu QBO cimsa?…

Laafinni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) abdii uummanni Oromoo isarraa qabu hin dhabamsiisu

13 years ago

    Abdii Boruutiin     Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) akka jaarmayaa bilisa baasaa tokkootti ijaaramee qabsoo bilisummaa Oromoo haa…

Araarri fi tokkoomuun Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hamma yoomiitti tura?

13 years ago

Abdii Boruutiin    Yoo waan gaariin tokko dhaga'amu fi abdii namatti horachiisu, waan badaan tokko cinaa dhaan dhaga'amee, waa hunda…

Tokkoomanii wajjin qabsaa’uun hunda caalaa fi murteessaadha

13 years ago

    Abdii Boruutiin Walitti dhufanii waliin haasa'uun gaarii dha; waliigaltee uumanii wajjin hojjechuun caalaa dha; tokkoomanii waliin qabsaa'uun ammoo…

Eenyutu eenyu eega, eenyutu eenyurraa waa eega?

13 years ago

    Abdii Boruutiin “Uummanni Oromoo si eega; ati ammoo sagalee isaa ta’uu qabda. Ani nama tokko waanan ta’eef, hiriira…

Oromoo ta’ee kan kana hin hubanne, ani Oromoo dha ofiin jechuunuu mamsiisaa dha

13 years ago

    Abdii Boruutiin Oromoon bilisummaa ni barbaada moo hin barbaadu? jedhee otuun gaafii kana dhiyeessee, deebii lama argachuu nan…

Tokkummaan Oromummaa kan bilisummaa dhaaf ijaaramu, tokkummaa sobaa ta’uu hin danda’u

13 years ago

    Abdii Boruutiin     Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta'uu dhaaf; yoo danda'ame…

Rakkoolee jiraniif furmaata barbaaduuf malee, tokkummaa gaafii keessa galchuufii miti

13 years ago

  Abdii Boruutiin Dhiyoo kana mata duree "Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?"jedhu jalatti barruu tokko dhiyeessuun kiyya…