Tartiiba Qubeelee Afaan Oromoo jijjiiruudhaan kufaatii qulqullina barnootaa dandamachiisuun hin danda’amu.

7 years ago

  Barreessaan : Abonketi Fayissa =========================================== Oromiyaa keessatti sababa qulqullinni barnootaa kufeef, barattootni sadarkaa tokkoffaa Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu…

#ABCDeebisaa Jijjiirraa tartiiba qubee ilaalchisanii #Mormii Hayyoota Oromoo

7 years ago

  Dr. Eshete Gemeda Afaan saba tokkoo mallattoo saba sanii qofa osoo hin ta’in, jireenya fi eenyummaan isaatiifis hundeedha. Aaadaan,…

Afaan Oromoo Fii OPDO

7 years ago

Waxabajjii 06, 2017   Akkuma ummata isaatti afaan Oromoo tiis afaan guddaa dha. Afaan kuni, afaanota alarraa dhufan, jachuun, warra…

Tartiiba Qubee Afaan Oromoo jijjiiruun waan boba’aa jirurratti boba’aa dabaluu dha

7 years ago

    Abdii Boruutiin     Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) fi warraaqsi biyya keessatti akka ibiddaa boba’aa jiru injifannoolee…

Akka qopheessaan tartiiba qubee jijjiiramee Nagaasaa Hundee jedhamu jedhutti, sababni qubeen ‘L’ dura buufameef, ulaagaalee armaan gadii kana waan guuteefi jedha.

7 years ago

Ferhan Abdulselam   1- Barreessuudhaaf kan salphaa ta'e 2- Sagaleessuudhaaf kan salphaa ta'e 3- Irra deddeebi'ee kan dhufu Akkuma isaan…

Qubeen Afaan Oromoo qabsoo cimaafi wareegama qaqqaaliin as geesse. Laaftutti L jedhanii lallaaquun hin taatu.

7 years ago

Mee seenaa dhufaatii Qubee irratti barruu hayyuun Seerlugaa Dr Abdulsamad Mohammed bara 2013 barreessan tana laalaa. Barruun tun gafa Dr…

OPDOn Tartiiba Qubee Afaan Oromoo A B C D….Z  Ture  Jijjirte!

7 years ago

  Baarentuu Gadaa Irraa// Biiroon Barnoota  OPDO Oromiyaa keessatti tartiiba qubee Afaan Oromoo A B C E F….Z   ture jijjirudhaan  tartiiba…

Xumura hoggonoota OPDO

7 years ago

Hasan Alii, Almaaz Makkoo, Dr. Nagaasoo Gidaadaa,Junaddii  Saaddoo, Abbaa Duulaa Gammadaa, Bakar Shaalee, Lammaa Magarsaa….Abaate Kishoo, Yaaragaal Ayishashum…fi ….Xumura Isaanii!…