(Garee ABO Galaasaa Dilboo) ****** Waamicha Walgahii ****** Oromoota UK keessaa jiraattan Maraaf

8 years ago

======================================== Ummatni Oromoo Abbaa Biyyummaa isaa deebisee gonfachuuf qabsoo hadhooftuu geggeeffataa jiraachuun ifa dha. Kaayyoo xaliila ta’e  kana qabatee ummata…

ODUU NYAAPHAA FASHALEESSUU!!!!

8 years ago

  Akkuma beekamu nyaaphni karaa hedduun namairratti duulti. Kana keessaa tokko oduu. Yeroo ammaa kana oduun meeshaa qabsoo guddaa tahee…

Ajjeesanii  Gadda Labsuun  Aadaa Wayyaanee ti!.

8 years ago

Baarentuu Gadaa Irraa// Amala wayyaaneen waggoota 25n darbaniif irra deeddeebiin muldhasaa turtee fi  jirtu keessaa inni tokkoo fi kan gadhummaa…

Biyya Oromoo Keessatti Biyya Biraa Ijaarun Itti Fufe!

8 years ago

Baarentuu Gadaa Irraa// Ummanni Oromoo saba guddaa, saba aadaa, seenaa fi duudhaa  guddaa qabuudha.  Ummanni kun biyya mataa isaa, biyya…

Ethiopia: Testimony of Seenaa Jimjimo, The Suffering of Oromo People

8 years ago

   543 9share3 Testimony of Seenaa Jimjimo President of Coalition of Oromo Advocates for Human Rights and Democracy House Subcommittee on…

Dr. Mararaa Guddinaa Har’a Wayita Murteen Mirga Wabii Dhoorkuu irratti Darbu kan Dubbatan

8 years ago

1. Bara Jeneraal Mangistuu Niwaayii fi Jeneraal Taaddasaa Birruutii kaasee diraamaa siyaasa biyya keenyaa kan dhaloonni tokkoo ol ajjeestoonnii fi…

WMS students lend hands to Oromo Awareness Project

8 years ago

 http://www.dglobe.com/news/education/4232841-wms-students-lend-hands-oromo-awareness-project WORTHINGTON — Worthington Middle School students came together Friday afternoon to make bracelets as a way to support the…

NU HAA BARAARU!!!!

8 years ago

  Nu haa baraaru; Jedhee jechisiisaa Godhee goosisaa Kan afaan hammaatu Kan mataa jabaatu Hamiinis kan nama nyaatu!! Nu haa…

Ummata Gabrummaa Jala Jiruuf Furmaanni Qabsoo Qofaa dha!: Baarentuu Gadaa Irraa

8 years ago

Gabrummaa jala jiraachuun du’aan gararraa, jiraan garjallaa akkuma jedhamu san akkaan hammaataa dha. Namni gabrummaa jala jiru; jiruun isaa jiruu jireenyaan…

Gambella Nilotes United Movement/Army Press Release

8 years ago

  9 th March 2017, Gambella Gambella Nilotes United Movement (GNUM) strongly condemns the current atrocities in the Gambella region…