bilisummaa

“Warra qabsoo waliin eegaltan of-irraa ariitee fixxee qofaatti hafte. Ijoollee ganda tokkoo qofa walitti funaantee addunyaa irra facaaftee akka saree maraatuu nutti dutuu fi nu ciniinuu malee qabsoo Oromoo taakkuu tokko achi butuu hin dandeenye.”

HOO’AA HADHOOFTUU! Ayyaana waggaaf godhadhaa! Jaale Daawud Ibsaa Ayyaanaaf (Hogganaa ABO-SG) Bakka jirtutti nagaan kiyya kabajaa fi jaallumaa durii siif…

10 years ago

BBC AFaan Oromoo Tamsasaa isaa bara haaraa Dhufu keessa 2017 Akkaa eegalu ifaa taheeraa.

Kana jechuun Qabsoo goone keessa isaa tokkoodha kun jechuun injjiffannoo guddaa dha. Ilmaan Oromoo hundii keessanuu hojii Kana irratti kan…

10 years ago

Iggitamtoota : Uummanni Oromoo Akka Lubbuu Keenya Oolchuuf Iyyanna

VOA Dargaggonni Oromoo 16 Liibiyaa Keessatti Namoota Seeraan Ala Nama Deddebisaniin Iggitamanii Jiru. Isaan kana keessaa 8 Godinaa Baalee Dalloo…

10 years ago

Ethiopia’s crackdown has seen 11,000 people arrested

Officials in Ethiopia have announced that some 11,607 people have been arrested since a state of emergency was declared in…

10 years ago

Gareen maqaa qabsootiin Asmaraarraa ilmaan Oromoo sobaa baate, wayee koraa hawaasa Oromoo Atlaantaa laalchisee maal jedhu laata?

“HOGGANTOOTA OROMOO” JECHUUN,, MAAL JECHUUDHAA ?????? SEENAA Y.G (2005) Alam addunyaa Ummati Oromoo, Gootummaa Ijoollee isaa Biyya keessaatti boonaa, gama…

10 years ago

Iccitii Abukaatootaa kana beektuu Laata??! (criminal defense)

Iccitii  Abukaatootaa kana beektuu Laata??! (criminal defense) Baarentuu Gadaa Irraa// Uummata Oromoo Maraaf, Keessumaa Ammoo  Maatii  Sabboontoota Mana Hidhaa Jiraniif!…

10 years ago

Yaadannoo Warraaqsa Uummata Oromoo

Abdii Boruutiin Akkuma beekamu fi yaadatamu, warraaqsi uummata Oromoo Sadaasa 12 bara 2015 handuura Oromiyaa Jalduu keessatti dhoowee kunoo waggaa…

10 years ago