bilisummaa

The Tigran fascism: Its State repression, violence and genocide in Oromiyaa

By Leenjiso Horo Oromia: Under the brutal regime’s rule Make the male lines like trees that have had their roots…

10 years ago

2 Ethiopians reportedly set themselves on fire in front of Cairo’s UNHCR office

Two Ethiopian asylum seekers allegedly set themselves on fire Tuesday in front of the United Nations High Commissioner for Refugees…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ ODUU GADDAA: Ibsaa Adam kan dheengaddaa Harargee Bahaa Aanaa Gurawaa magaalaa Doguu keessatti rasaan dhahamee ture har’a lubbuun dabartee jirti.

Ibsaan baranuma Yunivarsitii Adaamaa irraa kan eebbifame yoo ta'u eddoo dhalootaa isaatti deebi'ee osoo cidha hiriyaa irraa jiru, loltoonni dhukaasa…

10 years ago

‪#‎OromoRevolution‬ Worraaqsi Bilisummaa Oromiyaa Waliin Gaye !

Adoolessa 25/2016 Bahaa Oromiyaa Guutummaa Fi Arsii Lixaa keessatti warraaqsi cimaan dhoowee jira. Dargaggoonni Oromoo aanaalee Arsii Lixaa- Dodola, Heeraroo,…

10 years ago

Waamicha Saba Oromoof

Kallacha Wolabummaa Irraa Ummanni Oromoo bara Oromiyaan sirna gabrroomfataa habashaatiin cabee kiyyoo gabrumma jalatti kufe irraa eegalee bilisumma isaatii fi…

10 years ago

Beeytoota Oromoo,Xinxaltoota Siyaasaa Oromoo,Jaarmayaalee siyaasaa Oromoo,Abbootii Amantii Oromoo,Abbootii Gadaa Oromoo,Mediayalee Oromoofii Mediayalee Hawaasaa hundaaf.

Gaafii!!!   Ummanni Oromoo  Bilisummaaf Qophaawee? Eee qophaawe jenna Afaan guutuun malif jennaan Yeroo itti Ummanni oromoo Sodaa ajjeesee bollatti…

10 years ago