bilisummaa

The Saga of Addis Ababa, the Master Plan & the Revolt of Oromos in EPRDF’s Ethiopia

By Mikael Wossen (PhD) Keep going, don’t ever stop. Keep going, don’t ever stop. Keep going. If you want a…

10 years ago

Oromoo, Dirmadhaa Dirmachiisaa!

Gara: Ummata Oromoo, Iddoo jirtan maratti,   Ummata Oromoo hundaaf Salaamtaa Obbolummaa isiniif dheheesinee, kan baatii Ramdaanaa tan Qur,aanni keysatti…

10 years ago

DRAFT DOCUMENT For PG7 and ODF Coalition

                                                   PREAMBLE   WHEREAS Ethiopia is an age old nation with a history that goes to the antiquities; and…

10 years ago

IBSA WAAJJIRA HAYYU DUREE ABO SHANEE IRRAA KENNAME ILALCHIISE XINXAALA OBBO BORUU BARRAAQAATTIN DHIHAATE .

Baatii lamaan tokko dura dubbii basaasutummaa Girmaa Xurunaatiin irratti odeessa deemaa ture namuu ni yaadata. Warri ABO Shanee wayta sanatti…

10 years ago

‪#‎Yaadachiisa Rama‬daana Zakaa Fixrii salaata iidaatiin dura baafamti.

Namni salaata iidaa booda kenne sadaqaa qofa taate hafti. Inni zakaatul fixriin hin baafne. Zakaan fixriidhaa muslima hundarratti dirqama. (By…

10 years ago

GOCHA TPLF BABALIDHINA AMANITAA FI RAAYYAA ITTISAA

Raayyaa Ittisaa Farra qabsoo Oromoo gaggeesaa fi laamishesaa jiran akkaminii tohachuu danda’ama? Mootumman kun diinagdee biyyatiin qabdu hundaa kan itti…

10 years ago

Waamicha Walgahii Ummataa Oromoo hundaaf

  Addi Bilisummaa Oromoo (ABO Tokkome)  walgahii Ummanni Oromoo irratti argamee waa’ee addeemsa qabsoo Walabummaa Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaa  woliin…

10 years ago

AJJEECHAAFII HIDHAAN AMMAS ITTI FUFEE JIRA

Motumman Ethiopia ummata nagaa mana itti diiga nagaan bahee akka hin jiraanne gochaa jira. Mootummaan abbaa irree kun ji’a tokko…

10 years ago

“BARACHAA QABSOOFNA, BARACHAA BILISOOMNA!!”

Saphaloo Kadiir (Share godhuun waliif dabarsaa)[Saphaloo Kadiir irraa]Gariin namaa dhaadannoo wallaalummaafi doofummaa keessatti daran nama gombiftuufi ilmaan Oromoo gara duubaatti…

10 years ago

Walitti-bu’insa Harargee Bahaa, Magaalaa Awwadaay Keessaa Ka’een Namoota Ja’a tu Ajjeesame, Jedhu Jiraattonni. Hospitaalli Immoo Du’a Namoota Afurii Mirkaneesse

Jaallannee Gammadaa Afaan Oromoo Amharic Awwadaay, Oromiyaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Harargee Bahaa magalaa Awadaay keesssatti har’a suqiin…

10 years ago